Back to Languages

    Oromo - Chapter 1

    Translation by Ghali Apapur Apaghuna

    Verse 1

    Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta’eetiin

    Verse 2

    Faaruun hundi kan Rabbii Gooftaa aalamaati

    Verse 3

    Akkaan mararfataa akkaan rahmata godhaa

    Verse 4

    Abbaa (mootii) guyyaa murtii

    Verse 5

    Si qofa gabbarra; Si qofa gargaarsifannas

    Verse 6

    Daandii sirrii nu qajeelchi

    Verse 7

    Karaa warra isaan irratti tola ooltee; kan isaan irratti hin dallanaminiifi hin jallatinii (nu qajeelchi)