Back to Languages
Oromo - Chapter 107
Translation by Ghali Apapur Apaghuna
Verse 1
Isa qormaata sobsiisu argitee
Verse 2
Sun isa yatiima humnaan deebisu
Verse 3
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaafne
Verse 4
Warra salaataniif badiin mirkanaa’e
Verse 5
Isaan sun warra salaata isaanii irraa dagatan
Verse 6
Isaan warra (dalagaa namatti) agarsiifataniif
Verse 7
Isaan meeshaa ergisaa dhorgataniif (badiin mirkanaa’e)