Back to Languages

    Oromo - Chapter 94

    Translation by Ghali Apapur Apaghuna

    Verse 1

    Sila Nuti qoma kee siif hin bal'ifnee

    Verse 2

    Ba’aa (badii) kee sirraa buufne

    Verse 3

    Isa dugda keetti gar malee ulfaate (sirraa buufne)

    Verse 4

    Maqaa keetis siif ol kaafne

    Verse 5

    Rakkinaa wajjin laafinatu jira

    Verse 6

    Dhugumatti, rakkina wajjin laafinatu jira

    Verse 7

    Yeroo (dalagaa wahii) raawwattes jabaadhu

    Verse 8

    Gara Gooftaa keetii qofa kajeeli